Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa bakka dubbii Waaqayyoo barsiifamu, kadhannaan taasifamu fi hawaasni kiristaanaa wal jajjabeessu dha.
Ganama 3:00 – 6:30 (Local Time)
Galgala 11:30 – 1:30
Galgala 11:30 – 1:30 (Prayer Night)
Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa waldaa kiristaanaa Afaan Oromoo ta'ee Finfinnee keessatti argamtu dha. Miseensota 1000 ol qabna. Wangeela Kiristoos babal’isuun hawaasa keessatti ifa ta'uu irratti hojjechaa jirra.
Addis Ababa, Lemi Kura, Woreda 03
Naannoo Phison Real Estate
+251 912023650
info@utubaadhugaa.org